BookParallel publicationPublished versionDOI: 10.48548/pubdata-2677

Naannoo qonnaa qonnaan bultoota lafa xixiqqaa keessatti mukkeen kunuunsuuf qajeelfamoota dandamannaa hawaasummaa-naannoosaa yookiin ikoolojii hojiirra oolchuu

Chronological data

Date of first publication2023-04
Date of publication in PubData 2025-12-04

Language of the resource

Oromo

Related external resources

Variant form of ISBN: 978-619-248-098-1
Shumi, G., & Fischer, J. (2023). Naannoo qonnaa qonnaan bultoota lafa xixiqqaa keessatti mukkeen kunuunsuuf qajeelfamoota dandamannaa hawaasummaa-naannoosaa yookiin ikoolojii hojiirra oolchuu. Pensoft Publishers Ltd.

Editor

Case provider

Other contributors

Abstract

Kitaabni xiqqaan kun naannoo qonnaa qonnaan bultoota lafa xixiqqaa keessatti gosoota mukkeen adda addaa haala itti fufiinsa qabuun kunuunsuf qajeelfamoota dandamannaa jiran akkamitti hojiirra oolchuu akka danda’amu ilaalchisee hubannoo waliigalaa kenna. Kitaabni xiqqaan kun hojii pirojektii qorannoo “Heddumina garaagarummaa gosoota mukkeeni lafa qonnaa keessatti guddisuuf mala Hawaasummaa-Naannoosaa/Ikoolojikaalaa naannoo qonnaa aadaa Itoophiyaattii hojiirra olchuu” keessatti hojjetame irratti kan hundaa’edha.

Faculty / department

More information

DDC

Creation Context

Research